James 1:8 — Compare Translations

4 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan garaani isaa lama tahe ejatta aka dansa imbeenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sun Gooftaa biraa waan tokkollee waan argatu isatti hin fakkaatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni sun Gooftaa biraa waan tokkollee waan argatu isatti hin fakkaatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'u yaada lama waan qabuu fi karaa isaa titti'llee waan asii fi achi jedhuuf.