James 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleessi gad aanaan, waan Waaqaan ol qabamuuf ifi jajuu ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleesi hiyyeesi, yo Waaqi wo kenneefi, ha gammadu;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleessii hiyyeessii, yo Waaqii wa kenneefi, olqabee, ha gammaduu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessi gad uf qabu ammo waan Rabbi ol isa qabuuf haa boonuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleessi gad uf qabu ammoo waan Rabbi ol isa qabuuf haa boonuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna isaatiin gad aanaa ka ta'e oboleessi ta'e Waaqinni ol waan isa qabuuf, haa gammadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi gad aanaan, waan Waaqaan ol qabamuuf ifi jajuu ti!