James 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko seera kaan mara eegatee, tokkocha yoo balleesse, akka waan maraayyuu balleesseetitti yakki itti hin murama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi yo nami seera ch'ufa guute, ammo toko yake, inni ya seera ch'ufa dabre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii yo seera cufaa guutee, ammoo tokko yakkee, akkuma waan seera cufaa yakkeetti herregamaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni seera maraa eegee tokko yoo cabse eennullee yoo jiraate maraanuu yakkamaa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni seera maraa eegee, tokko yoo cabse eennullee yoo jiraate maraanuu yakkamaa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni ajajoota keessaa tokko diigee ka hafan maraa yoma raawwatee, marumaayyuu akka waan diigee titti ni laakkayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko seera kaan mara eegatee, tokkocha yoo balleesse, akka waan maraayyuu balleesseetitti yakki itti hin murama.