James 2:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka, “Hin gaarayyeeffatin” jedhettuu, “Hin ijjeesin” waan jedheef, ati yoo gaarayyeeffatuu dhaddelle, eega ijjeette yakkaamessa teeteerta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi namuma, d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu wolintolfatina jed'eti, Nama inijeesiini jed'e. Tanaafi yo atini seera qara kaani guute, ammo nama ijeefte, atini yayu seera ch'absite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif kama: “Hinshaarmuxin” jedheetti, “Nama hinijjeessin” jedhe. Tanaaf atin yo seera qaraa kaan guuttee, ammoo nama ijjeeftee, yaayyuu seera cabsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka «hin seebarin» jedhe akkasuma «hin ajjeessin» jedheera. Uduu hin seebarrellee deebiftee yoo nama ajjeefte seera irra darbiteerta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hin seebarin jedhe akkasuma hin ajjeessin jedheera. Uduu hin seebarrellee deebiftee yoo nama ajjeefte seera irra darbiteerta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Hin sagaagalin!» Gooftaan jedhe akkuma kana, «Hin ajjeesin!» jedhee jira, kanaaf yoma sagaagaluu dhabaattee'llee, yoo ajjeeftte seera diigiddee jirta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka, «Hin gaarayyeeffatin» jedhettuu, «Hin ijjeesin» waan jedheef, ati yoo gaarayyeeffatuu dhaddelle, eega ijjeette yakkaamessa teeteerta.