James 2:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Nami tokko, “Ani dhugeeffannaa qaba” jedhee, hujii dansa'aan dhugeeffannaa ifii yoo hin mudhisin, maan isaa baati? Dhugeeffannaan akkasii sun isa fayyisuu hin dandeettii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, Maani namaa baati, yo nami, Anini d'ugefacha qaba jed'e, ammo hujiini isaa ingarsiimne? D'ugefachaani suni ch'allaani isa imbaafti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya, namii yo: “Anin dhugeeffachaa qaba” jedhee, ammoo hujiin isaa hingarsiimnee dhugeeffachaan sun maal baatiif? Dhugeeffachaan innii jedhu sun callaan isa inbaaftii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! «Amantii qaba» jedhee garuu namni huji'iin hin mudhifne yoo jiraate bu'aa maal isaa qabaa? Amantiin isa fayyisuu danda'aa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! «Amantaa qaba» jedhee, garuu namni huji'iin hin mudhifne yoo jiraate bu'aa maal isaa qabaa? Amantaan isa fayyisuu danda'aa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Naminni amantii ni qaba yoo jedhe, garuu amantii isaa hujii misha'aan yoo ibisuu dhabaate maal isaa fayyada? Amantiin isaa hoo isa fayyisu'uu ni danda'aa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Nami tokko, «Ani dhugeeffannaa qaba» jedhee, hujii dansa'aan dhugeeffannaa ifii yoo hin mudhisin, maan isaa baati? Dhugeeffannaan akkasii sun isa fayyisuu hin dandeettii?