James 2:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan yookiin obboleettoti, waan uffatanuu fi nyaatanu hin qanne yoo jiraatane,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila oboleesafi oboleetiini daara qabaate, liqimsale d'abde, duuba nami toko isani keesa waan jed'uuni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa obboleessaa fi obboleetiin daara qabaatanii, ammallee waan soorataniillee hinqamne, duuba yo isan keessaa namii tokko adoo waan nafii fedhuu hin keniniif
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko isin keessaa obboleessaa fi obboleettii waan nyaatanii fi waan uffatan dhabaniin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleessa yookiin obboleetiin waan uffatan yookiin waan nyaatani yoo dhaban,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fakkeennaaf ka uffatanii fi ka nyaatan obboleeyyanii fi obboleetiiwwan hin qabnne yoo jiraatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan yookiin obboleettoti, waan uffatanuu fi nyaatanu hin qanne yoo jiraatane,