James 2:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isin keessaa nami tokko, waan le'ii isaaniitiif barbaachisu adoo hin kenniniif, “Nageyaan deema'a, hin boojjatina'a, quufa'a!” yoo jedheen, maan isaaniif baati?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi isani eebisinna, woya uyyifad'a, sagale nyaad'a, ammo yo waan nafi sila fed'u inkennineefi maani baati?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Waaqii isan eebbisinnaa, wayaa uyyifadhaa, sagalee nyaadhaa” jedheenii maal baatiif?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«nagayaan deemaa'a; quufaa ibidda oo'ifadhaa'a! quufaa'a!» uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa tokko worra waan nyaatu dhabeen nagayaan deemaa quufaa ibidda oo'ifadha'a quufaa uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin keessaa tokko waan jireenna isaaniitiif isaan barbaachisu uduu isaanii hin kennin, «Nagayaan deemaa! Isinitti haa oo'u! Quufaa!» yoo isaaniin jedhe, maal isaan fayyada?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin keessaa nami tokko, waan le'ii isaaniitiif barbaachisu adoo hin kenniniif, «Nageyaan deema'a, hin boojjatina'a, quufa'a!» yoo jedheen, maan isaaniif baati?