James 2:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namicha gowwa'a! Dhugeeffannaan huji'iin malee ta gatii hin qanne akka teete beekiisaaf dhugaa itti barbaaddaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isii, ati daalle? Aka d'ugefachaani, huji dansa tolchani male, woma imbaanne barachu feeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isii namicha daallicha! Akka dhugeeffachaan, hujii dansaa tolchan malee, homaa hinbaanne barachuu feetaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati nama gowwaa'a! amantii huji'iin addaan baye ka du'e akka ta'e beekuu feetaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati nama gowwaa amantaa huji'iin addaan baye ka du'e akka ta'e beekuu feetaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati gowwaa nana! Amantiin kee hujii malee firii dhabeessa ta'uu isaa, ni argita ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namicha gowwa'a! Dhugeeffannaan huji'iin malee ta gatii hin qanne akka teete beekiisaaf dhugaa itti barbaaddaa?