James 2:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan keenna Abrahaam ilma ifii Yisihaaq, addee ciincaan itti ciinceffamu irratti yennaa dhikeesse, huji'inii motii ka balchoome?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ehayi, Abbaani keenna Abrahamuuni, eegi inni ilma isaa Isaaqo sorio Waaqaa baase, maro huji dansaatiifi d'uga argateeyu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ee'aayi, Abbaan keenna Abrahaam, eegii ilma isaa Yisihaq sooriyoo Waaqaa baasee, marroo hujii dansaatiif qajeeluma argateeyyuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan keenna Abrahaam ilma ufii Yisaaqiin hennaa ciinca'aaf dhiyeesse huji'iin qajeelaa hin taanee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan keenna Abrahaam Yisihaaqiin ilma ufii ciinca'aaf hennaa dhiyeesse huji'iin hin qajeelaa hin taanee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan keenna Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin furdda irratti Waaqaaf kitimaa taasise yeroo dhiyeessetti, ka qulqullaawome huji'iinii mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan keenna Abrahaam ilma ifii Yisihaq, addee ciincaan itti ciinceffamu irratti yennaa dhikeesse, huji'iinii motii ka balchoome?