James 2:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami huji'iin malee, dhugeeffannaa qofaan akka hin balchoonne hin dhaggitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, aka isani argitani, nami huji gula d'uga argata, d'ugefachaani ch'allaani woma imbaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf, akkuma isan argitanii, namii dhugeeffachaa qofa adoo hin ta'in hujii dansaan waliin qajeeluma argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni amantii calla'aan uduu hin taane huji'iin akka qajeelaa ta'e argitaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni amantaa calla'aan uduu hin taane huji'iin akka qajeelaa ta'e argitaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa naminni ka qulqullaawomu amantii qofaan uduu hin ta'in, hujii'llee dabalataan ta'uu isaa ni argita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami huji'iin malee, dhugeeffannaa qofaan akka hin balchoonne hin dhaggitan.