James 2:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seera mootummaa Waaqaa akka Barreeffam Woyyichi, “Ollaa keeti akka ifi jaallattutti jaalladhu” jedhutti, yoo muummessitane dansaa gootane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo seera hayyu suni, ka t'aafi qulqullo keesati t'aafani guuttani, ka, nama ch'ufa aka ufi jaalattu jaalad'u jed'u, ya waan dansa tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo seera hayyuu sun, ka “Nama cufaa akkuma ufii jaalattu jaaladhu” jedhanii barreessi qulqulloo keessaatti barreessan guuttanii, ya waan dansaa tolichtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kitaabni woyyuun, «Hiriyyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nama akka mataa keetii taasisiitii jaaladhu» jedhamee Kitaaba Qulqulluu keessatti ka barreeffame seera Mootummaa Waaqaa yoo raawwattan, mishaa ni taasfttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seera mootummaa Waaqaa akka Barreeffam Woyyichi, «Ollaa keeti akka ifi jaalattutti jaaladhu» jedhutti, yoo muummessitane dansaa gootane.