James 2:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama yoo wol caalchittane ammoo cubbuu hujjan; akka yakkaamessa tokkootitti seerri isinitti mura.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nama gargari filtani, la daba tolchitani, Seera gula wollaala isaniti murani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo nama gargarii foohatanii, la daba tolchitanii, seera gula wallaala isaniitti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afoo namaatitti ammo yoo ka nama wol caalchiftanii, cubbuu hojjata'aartan. Seerrillee akka nama yakkamaa tokkootitti isinitti murteessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Afoo namaatitti ammoo yoo ka nama wol caalchiftanii, cubbuu hojjataartan. Seeriillee akka nama yakkamaa tokkootitti isinitti murteessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota jiddu'utti garaa garummaa yoo raawwattan garuu cubbuu ni hojjattan, seera dabrruu keessaniif'llee ni bagifatamittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama yoo wol caalchittane ammoo cubbuu hujjan; akka yakkaamessa tokkootitti seerri isinitti mura.