James 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa nami hedduun barsiisota hin te'ina'a. Sababille nuuti worri barsiisota teene worra kaan caalaa muraa akka fudhannu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, isaniini nami hedduuni barsiiftu intahiina. Wonti akanatiifi nuu, nama wo barsiisu, seera jaba gula nu qorani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya, isan namii hedduun barsisota hinta'inaa! Wantii akkanaatiif nuu, warra wa barsiisuu, warra kaan irra nutti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Marti keessan barsiisota hin ta'inaa'a. Worri akkasii murtii caalu akka argatu waan beettaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Marti keessan barsiisota hin ta'inaa'a. Worri akkasii murtii caalu akka argatu waan beettaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Nu'u barsiisota worri taane murtii caalaa ta'e akka fudhannu ni beekittaniitii, isin keessaa baayi'eewwan barsiisota hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa nami hedduun barsiisota hin te'ina'a. Sababille nuuti worri barsiisota teene worra kaan caalaa muraa akka fudhannu hin beettan.