James 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Afaanuma tokkocha keessaa galataa fi abaarsi baya; obboleeyyan tiyya! Kun te'uu hin malle.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaanuma suni keesaa eebafi abaarsi baha. Oboleyaani tiyya, wonti kuni akasi tahu himmalle!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Afaanuma sun keessaa eebbaa fi abaarsiilleen ba'a. Obboleeyyaan tiyya, wantii kun akkasi ta'uu hin malle!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaanuma tokko keessaa eebbinii fi abaarsi baya. Obboleeyyan tiyya! kun garuu ta'uun hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Afaanuma tokko keessa eebbinii fi abaarsi baya. Obboleeyyan tiyya! kun garuu ta'uun hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Afaanuma tokkoo eebbaa fi abaarssi ni bayan, yaa obboleeyan! Kun ta'uun hin malu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaanuma tokkocha keessaa galataa fi abaarsi baya; obboleeyyan tiyya! Kun te'uu hin malle.