James 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maddi tokkochi bisaan mi'owuu fi hadhowu hin maddaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maddooni bisaani dansaafi hamo fulla taka madditu injirti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maddoon bisaan dansaa fi hamoo fulaa takka madditu injirtii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Burqaan tokko bisaan mi'aayuu fi bisaan hadhaayu hin burqisiisaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Burqaan tokko bisaan mi'aayuu fi bisaan haadhayu hin burqisiisaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buriqqaa tokkoo dhugaati'iif ka ta'u bishaan mi'aayaa fi bishaan hadhaayaan, burqqu'uuf ni danda'aa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maddi tokkochi bisaan mi'owuu fi hadhowu hin maddaa?