James 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiya! Muki harru'uu midhaan ejersaa, muki woyni'iille midhaaan harru'uu buusuu hin dande'aa? Akkasuma maddi horaa bisaan nami unu madduu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukhi odaa mid'aani ejersaa dandae imbaasu, ammalle mukhi zabibu dandae mid'aani odaa imbaasu, yokhaani bisaani soodda kuraooni dandaani imiaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mukii odaa midhaan ejersaa dandaa'ee hinbaasu, ammallee mukii zabibuu (Waynii) danda'ee midhaan odaa hinbaasu, yokaan bisaan soodda kuraa'oon dandaanii hin miyaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookaan woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Mukinni harbbu'uu firii ejerssaa daraaru'uuf ni danda'a ree? Yookiin biqilttuun woyinni'ii firii harbbu'uu daraaru'uuf ni danda'aa ree? Akkuma kana bishaan hadhaayaa irraa bishaan mi'aayaan argamu'uuf ni danda'a ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Muki harru'uu midhaan ejersaa, muki woyni'iille midhaan harru'uu buusuu hin dande'aa? Akkasuma maddi horaa bisaan nami unu madduu hin dande'u.