James 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gadhaa keessan keessatti hinaaffaa hadhoottu'uu fi ifi jaallachuu yoo qabaattane ammoo, ifi hin jajina'a! Dhugaa irralle'etti soba hin dubbatina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo garaa keesani keesa d'iibi hamtuufi ufi jaalala qabaattani, ufi saaddani d'uga ind'areesiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo garaa keessan keessaa dhiibbii hamtuu fi ufi jaalala qabaattanii, ufi saaddanii dhugaa hindhaaresinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu hinaaffaan hadhaaya'aa fi mataa ufii jaalatiinssi onnee isaanii keessa yoo jiraate hin dhaaninaa, dhugaa irratti'llee hin sobinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa keessan keessatti hinaaffaa hadhoottu'uu fi ifi jaalachuu yoo qabaattane ammoo, ifi hin jajina'a! Dhugaa irralle'etti soba hin dubbatina'a!