James 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee hinaaffa'aa fi ifi jaallatiis jirtutti hoga'aa fi waan hantuu maratti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi fulla d'iibifi ufi jaalachaani jirtu, gohannafi huji hamtu aka ch'ufa ind'abani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif fulaa dhiibbii fi ufi jaalachaan jirtuu, goo'annaa fi hujii hamtuu akka cufaa hindhaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakka hinaaffa'aa fi uf jaalachuun jiru san booreessa'aa fi hujiin hamaan waan jiruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bakka hinaaffa'aa fi uf jaalachuun jiru san boorreessa'aa fi hujiin hamaan waan jiruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hinaaffa'aa fi mataa ufii jaalallitti bakka jirantti, jeeqamaa fi hujiin hamaan marrinuu ni jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee hinaaffa'aa fi ifi jaalatiis jirtutti hoga'aa fi waan hantuu maratti jira.