James 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qarummaan ol-gubbaa irraa dhuttu matooma qulqullitti'i; akkasuma nageellitti'i, qajeeltu'u, ifi kennitu'u, mararti'ii fi midhaan dansa'aan ta guutante; wol caalchisiisaa fi kijibille ta keessa hin jirre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qalbiini gubba gadi d'uftu qara qulqullo, ammalle ta nagaya, ta laana, ta nama ch'aqaftu, ta naasufi mid'aani dansa qabdu, ta tuffifi kiyyiba inqamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qalbiin gubbaa gadi dhuftu qaraa qulqulloo, ammallee ta nagaa, ta laanaa, ta nama caqaftu, ta naasuu fi midhaan dansaa qabdu, ta tuffii fi kiyyiba hinqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan Rabbiin irraa ammo woyyitti'i; araaramtu'u. Gara laafetti'i; ta maarre jettu; ta araaraa fi daraaraa misha'aan guuttamte; ta mami'ii fi uf tuuluullee hin qabne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ogummaan Rabbiin irraa ammoo woyyitti'i, araaramtu'u. Gara-laafettii ta maarre jettu, ta araaraa fi daraaraa misha'aan guuttamte, ta mami'ii fi ta uf tuuluulee hin qabne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ogummaan Waaqa biraa argamu jalqaba qulqullu'u, itti aanssee'llee nagaya jaalataa, misha'aa, ajajamaa, dhiifama taasisaa, ka firiin mishaan itti guute, dalo'oo fi fakkeessitummaa ka hin qabnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan ol-gubbaa irraa dhuttu matooma qulqullitti'i; akkasuma nageellitti'i, qajeeltu'u, ifi kennitu'u, mararti'ii fi midhaan dansa'aan ta guutante; wol caalchisiisaa fi kijibille ta keessa hin jirre.