James 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti martinuu dokonkora hedduu goona; nami dubbii ifiitiin hin dokonkorre, nama nafa ifii duudii toyatuu dande'u, nama miju'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuuni ch'ufti wollaala heddu tolchina. Nami, waan jed'u keesati, wollaala intolchine qit'e jira, dandae nafa ufi ch'ufa qorqorata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nuun cuftii wallaala hedduu tolchina. Namii, waan jedhu keessaatti, wallaala hintolchinee qixxee jira, danda'eetti nafa ufii cufa qorqorataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu martinuu waan hedduun hin dogoggorra; namni waan ufii dubbatuun hin dogoggorre, inni nama nafa ufii tooyatuu danda'uu fi nama guutu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu martinuu waan hedduun hin dogoggora; namni waan ufii dubbatuun hin dogoggore, inni nama nafa ufii tooyatuu danda'uu fi nama guutu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u marri keennaa yeroo baayi'ee ni dogoggorra, haasaya isaatiin ka hin dogoggorre inni qaama isaa toowachu'uuf ka danda'u, nama muda maleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti martinuu dokonkora hedduu goona; nami dubbii ifiitiin hin dokonkorre, nama nafa ifii duudii toowatuu dande'u, nama miju'u.