James 3:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fardi akka nu'uuf ajajamu bixaala afaan keessa keenna; gara feene isa geessina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu farda lugamna, aka inni nu kassate, fulla feenu ch'ufa geesinu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu farda akka innii nu kaasatee, fulaa feenuu cufaa geessinu inluugamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka faradoon nuu ajajamtuuf lugaama afaan isaaniititti goonee gara feene geessina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka faradoonni nuu ajajamtuuf lugaama afaan isaaniititti goonee, gara feene geessina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Farddi akka nuuf ajajamuuf afaan isaa titti lugaama ni galichina, farddi'llee gara bakka barbaanuu titti ni eemarraan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardi akka nu'uuf ajajamu bixaala afaan keessa keenna; gara feene isa geessina.