James 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, arrabille qoqoodama nafaa keessaa waan diqqaa tokko adoo te'eeruu, waan gugurdo'oon ifi jaja. Gongomaan guddaan ibidda diqqaa tokkoon attam akka gubatu hubadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma arabi ka waan diqa, guddo ufi saada. Aka qanqeeni diqooni toko badda guddo gubdu herega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma arrabii ka waan diqqaa, guddoo ufi saada. Akka qaanqeen diqqoon tokko baddaa guddoo gubdu herregaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubdi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubidi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana arrabinni kutaa shiikkoo qaamaa yoo taatu, wonittoota ol aanttotaan ni dhaadatti, bosonni guddaan ka gubatu ibidda shiikko'oon.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, arrabille qoqoodama nafaa keessaa waan diqqaa tokko adoo te'eeruu, waan gugurdo'oon ifi jaja. Gongomaan guddaan ibidda diqqaa tokkoon attam akka gubatu hubadha'a!