James 3:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti arrabaan Waaqa Abbaa keenna galateessina, isumaanuu namoota fakkeenna Waaqaatiin dadamane abaarra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu arabaani Aabboofi Abba keennaa galata deebimna, arabuma suniini nama d'ibi abaara, ka fakeenna Waaqa gula uumani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu arrabaan Aabboo Yesusii fi Abbaa keennaa Waaqaa galata galchinna, arrabuma suniin nama dibiillee ka fakkeenna Waaqaa gula uumame abaarra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna; Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna. Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isi'iin'llee Abbaa keenna Waaqa ni galateeffanna, akkuma kana isi'iin namoota fakkeenna Waaqaatiin uumaman'llee ni abaarra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti arrabaan Waaqa Abbaa keenna galateessina, isumaanuu namoota fakkeenna Waaqaatiin dadamane abaarra.