James 4:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami waan dansaa godhiisa adoo beekuu, hin goone, godhuu dhabiis isaa cubbuu itti teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami aka waan dansa tolchuchuchu male ufi beekhu, ammo ka waan suni intolchine, ya daba tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii akka waan dansaa tolchuu malee ufi beeku, ka ammoo waan sun hintolchine ya cubbuu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu nama waan mishaa beeka'aa hin gooneef cubbu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu waan mishaa beeka'aa nama hin gooneef cubbu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa waan mishaa raawwachuu uduu beeku naminni hin raawwanne, raawwachuu dabuun isaa isatti cubbuu ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan dansaa godhiisa adoo beekuu, hin goone, godhuu dhabiis isaa cubbuu itti teeti.