James 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin waan tokko hin halchitan, ammoo hin dhaggattanu; tanaaf nama ijjeettan. Jabaattaneelle wo halchitan, dhaggatiisaaf hin dandeettanu; tanaaf wol falamaa wol loltan. Waan hin daadimanneef, waan barbaaddanu hin dhaggattanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja wo feetani ammo waan kaani d'abdani, isani kurfo jirtani, aka nama ijeeftani; woi d'araatani, yo argachu dad'abdani, loltani wolhaatani. Wonti isani waan feetani inarganneefi, waan isani Waaqa inkad'anneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wayi feetan malee hin argattan, waan namaa kajeeltaniitii nama ijjeeftanii kaatan; wayii dharraatan ammoo hinargattan, yo argachuu dadhabdan, loltaniitti wal haatan. Wantii isan waan feetan hinarganneef, waan Waaqaa hinkadhanneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin hawwitan, garuu isinii hin ta'u; hin ajjeeftan, jabeessitaniillee hin barbaaddan, garuu argachuu hin dandeettan; wol loltan, wol worantanille'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hin hawwitan isinii hin ta'u, hin ajjeeftan, jabeesitaniillee hin barbaadan, garuu argachuu hin dandeetan; wol loltan wol worantanille'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan tokko argachu'uuf ni hawwitan, garuu hin argattan, kanaaf nama ni ajjeefttan. Waan hin kadhanneef'llee, waan barbaaddan hin argattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan tokko hin halchitan, ammoo hin dhaggattanu; tanaaf nama ijjeettan. Jabaattaneelle woy halchitan, dhaggatiisaaf hin dandeettanu; tanaaf wol falmaa wol loltan. Waan hin daadimanneef, waan barbaaddanu hin dhaggattanu.