James 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin Barreeffam Woyyichi, “Waaqi, ayyaana nu keessa keyeef hin hinaafa” yennaa jedhu, akkasumaan ka dubbatu isinitti fakkaataa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafi qulqullo ta, lubbuuni Waaqi woliini nu d'ale d'araa hamtuuni guutamte jettu, waan isiini ufumaa jettu insehiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessii qulqulloo ta, “Hafuurii Waaqii waliin nu dhale dharraa hamtuun guutame” jettu, waan isiin ufumaa jettu hinse'iinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessaa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haa ta'uu ammo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haata'uu ammoo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana kitaabnni Qulqulluun, «Hafuurri Waaqinni isin keessa bulche isa qofaaf akka taanu, ciminnaan ni hawwa» ka jedhee, tasaan moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin Barreeffam Woyyichi, «Waaqi, ayyaana nu keessa keyeef hin hinaafa» yennaa jedhu, akkasumaan ka dubbatu isinitti fakkaataa?