James 4:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo badhaadha irra caalu hin kenna; tanaaf Barreeffam Woyyichi, “Waaqi worra kooru hin morma, worra gad ifi qabuuf badhaadha hin kenna” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eebiti Waaqi namaa kennu hagasi ira jabdu. Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Waaqi nama ufi guddisu dide, ka ufi diqeesu eebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo eebbitii Waaqii namaa kennu hagas irra jabdu. Wantii akkanaatiif barreessiin: “Waaqii nama ufi guddisu dideetti, ka ufi diqqeessuu eebba keenna” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo ammo badhaadha kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo fi ammo badhaadha isaanii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u''llee kitaabnni, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» waan jedhuuf, kennaan bilisaa ka Waaqinni kennu, maraa ni caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo badhaadha irra caalu hin kenna; tanaaf Barreeffam Woyyichi, «Waaqi worra kooru hin morma, worra gad ifi qabuuf badhaadha hin kenna» jedha.