James 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Waaqaaf ajajama'a; Seexana ammoo morma'a, innille isin baqata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqa sodaad'a, Sheet'ana dida, yoosi isani bira baqata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqaa sodaadhaa, Sheexana didaa! Yoos isan biraa baqataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Rabbiif ajajamaa'a; daabiloosiin mormaa'a; innillee isin irraa dheessaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Rabbiif ajajamaa'a, daabiloosiin mormaa'a; innillee isin irraa dheessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqaaf bitamaa, daabiloosiin garuu mormma'aanii, inni'llee isin irraa ni dheessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqaaf ajajama'a; Seexana ammoo morma'a, innille isin baqata.