James 4:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Laaleffadha'a, gadda'a, booya'a! Kolli keessan gara gaddaa, gammadi keessan gara booyiisaa jijjiiramuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lalefad'a, boa, imimaani d'aana; kobla lakisa boa; gammada lakisa lalefad'a!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laaleeffadhaa, boo'aa, imimmaan dhaanaa! Kobla lakkisaa boo'a! Gammada lakkisaa laaleffadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cinqamaa'a, gaddaa'a, booyaa'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gaddaa haa jijjiiramuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cinqama'a, gadda'a, booya'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gadda haa jijjiiramuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sarddamaa, gaddaa, booyaa, kolffi keessan gara booyaa titti, gammachuun keessan'llee gara gaddaa titti haa jijjiiramu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laaleffadha'a, gadda'a, bowa'a! Kolli keessan gara gaddaa, gammadi keessan gara bowiisaa jijjiiramuu ti.