James 5:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Marroo rakkatiisaatii fi ossatiisaa, raagota maqaa Gootta'aatiin dubbatane akka fakkeennaatitti fudhadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani, raagoota maqa Aabbootiini odeesite, qaabad'a. Aka worri obse gaargale qaabad'a!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan, raagoota maqaa Aabbootiin dubbatte, qaabadhaa! Akka warrii gaargala obse qaabadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! raattota maqaa Goofta'aatiin dubbatanii turan san akka fakkeenna rakkinna obsu'uutitti laalaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya, raattota maqaa Goofta'aatiin dubbatanii turan san, akka fakkeenna rakkinna obsu'uutitti laalaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan, maqaa Goofta'aatiin nabiyyoonni dubbatan rakkinna obissaan fudhachu'uun, fakkeenna ta'uu isaanii beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Marroo rakkatiisaatii fi ossatiisaa, raagota maqaa Gootta'aatiin dubbatane akka fakkeennaatitti fudhadha'a!