James 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra ciniinnatee ossaa ture san, nuuti akka worra badhaadheetitti isaan ilaalla. Iyyoob attam akka ciniinnatee osse dhageettaneertan; muummee irratti waan Goottaan godhe dhaggitaneertan; sababille Goottaan marara'aa fi gadhi-laafessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri obseefi gammada qabani jenna. Isani ya obsa Ayubu d'ageetani, duuba aka Waaqi waan inni fed'u ch'ufa eege keenneefi imbeetani. Wonti akasitiifi Aabbooni guddo naasu qaba, guddo namaa naha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan warrii obseef gammada qaban jennaan. Isan obsa Iyoob ya dhageetan, duuba akka Waaqii waan innii fedhu cufaa eegee keenneef inbeettan. Wantii akkasitiif Aabboon guddoo naasuu qaba, guddoo namaa na'aallee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra obsaan dhaabatan «eebbifamtoota» isaaniin jenna. Iyyoob obsee akka Gooftaan raawwateef dhageettanii argitaniirtan; sababnillee waan Gooftaan araarama'aa fi gara laafessa ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra obsaan dhaabatan eebbifamtoota isaaniin jenna. Iyoobillee obsee akka Gooftaan raawwateef dhageettanii argitaniirtan; sababnillee waan Gooftaan araarama'aa fi garalaafessa ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana isaan worri obissaan jabaatanii dhaabatan, «Ka eebbifaman» isaaniin ni jenna, Iyyoob attamitti akka obisse dhageettanii jirttan. Gooftaan'llee muummee irratti waan mishaa isaaf raawwate argitanii jirttan, kanaan'llee Gooftaan dhiifama taasisa'aa fi gara laafessa ta'uu isaa beekittannii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra ciniinnatee ossaa ture san, nuuti akka worra badhaadheetitti isaan ilaalla. Iyoob attam akka ciniinnatee osse dhageettaneertan; muummee irratti waan Goottaan godhe dhaggitaneertan; sababille Goottaan marara'aa fi gadhi-laafessa.