James 5:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Odduu teessan nami rakkatiisatti jiru jiraa? Inni daadimatuu ti! Nami gammadeeru jiraa? Inni faaruu galataa faarfatuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gaargala qabu jiddu teesani keesa jira? Ha Waaqa kad'atuuti. Nami gammada qabu jira? Ha faaru d'ahatuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii gaargala qabu isan keessa jiraa? Innii ha Waaqaa kadhatuutii! Namii gammada qabu jiraa? Innii ha faaruu dhaatee Waaqaa galata galchuutii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin jiddu'uu naminni rakkinni isa irra gaye yoo jiraate haa kadhatu, naminni gammade'llee yoo jiraate Waaqa galateeffachu'uun, haa faarffatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Odduu teessan nami rakkatiisatti jiru jiraa? Inni daadimatuu ti! Nami gammadeeru jiraa? Inni faaruu galataa faarfatuu ti.