James 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daadimannaan dhugeeffanna'aan godhantu dhibamaa hin fayyitti; Goottaalle dhibee irraa isa hin fayyisa; yoo cubbuu hujee jiraatelle araarri hin kennamaaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'achaani tunini, yo d'ugefachaani tolchani, nama suni imfayifti: Aabbooni isa imfayisa, daba inni tolchele inaraaramaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kadhachaan tunin, yo dhugeeffachaan tolchan, nama sun infayyifti; Aabboon isa in fayyisa, cubbuu innii tolcheellee inaraaramaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kadhaan amanti'ii dhibamaa san hin fayyisa; Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujee jiraate hin dhiifamaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kadhaan amanta'aa dhibamaa san hin fayyisa. Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujjee jiraate hin dhiifamaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka bifa kanaa kadhannaan amantii irratti hundaaye dhukubbisataa ni fayyisaan, Gooftaan'llee dhibee isaa irraa isa ni fayyisaan, cubbuun hojjate'llee yoo jiraatte dhiifaminni ni taasfamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimannaan dhugeeffanna'aan godhantu dhibamaa hin fayyitti; Goottaalle dhibee irraa isa hin fayyisa; yoo cubbuu hujee jiraatelle araarri hin kennamaaf.