James 5:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa nami tokko dhugaa irraa goreeruun, nami dhibiin dhuga'atti yoo isa deebise,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, yo nami tokoleeni isani keesa d'uga iraa bade, nami d'ibiini deebise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya, yo namii tokkolleen isan keessaa dhugaa irraa goree, namii dhibiin deebise, waan kana qaabadhaa! Namii nama cubbuu tolchu wallaala irraa deebisee, lubbuu nama sunii du'a jalaa baasee, cubbuu hedduu jalaa baasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa eennullee yoo dhugaa irraa gore, namni biraa gara dhuga'aa yoo isa deebise,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa eennullee dhugaa irraa yoo gore, namni biraa gara dhuga'aa yoo isa deebise,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Isin keessaa tokkochi karaa dhuga'aatii yoo bayee fi ka bira'aa karaa dhuga'aa titti yoo isa deebiseen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin keessaa nami tokko dhugaa irraa goreeruun, nami dhibiin dhuga'atti yoo isa deebise,