James 5:20 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ka nama cubbaalessa cubbuu irraa deebisu, lubbuu nama cubbaalessaa du'a irraa fayyisee, cubbuu heddu'uufille akka inni araara dhaggatu akka godhe beekuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan kana qaabad'a. Nami nama daba tolchu wollaala iraa deebise, lubbu nama suni duisa keesaa baase, daba heddu jalaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama cubbamaa san cubbuu irraa waan deebiseef, lubbuun cubbamaa sanii cubbuu jalaa hin fayyiti, cubbuu hedduufillee akka inni araara argatu akka godhe haa beekuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama cubbamaa san cubbuu irraa waan deebiseef, lubbuun cubbamaa sanii cubbuu jalaa hin fayyiti, cubbuu hedduufillee akka inni araara argatu akka godhe haa beekuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
cubbamaa karaa ittiin dogoggore irraa ka deebi'u, lubbuu cubbama'aa'llee du'aa irraa ka fayyisuu fi baayi'ee cubbuu isaatiif'llee dhiifama argamisiisuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka nama cubbaalessa cubbuu irraa deebisu, lubbuu nama cubbaalessaa du'a irraa fayyisee, cubbuu heddu'uufille akka inni araara dhaggatu akka godhe beekuu ti.