James 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worqi'ii fi meetiin teessan ciilteerti; ciilli isaanii kun isin irratti dhugaa hin baya, akka ibiddaalle foon nafa keessanii hin nyaata. Guyyoota gara muumme'ee kana keessatti karra wolitti qabattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worqifi qarsiini teesani ya dandoofte, dandi tanati hegeri isani himatte, aka ibida nafa keesani guba. D'io tana ya guddo duroomtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warqii fi qarsiin teessan ya dandoofte, dandi tanaatti hegerii isan himatee, akka ibiddaa nafa keessan guba. Guyyoota mummee kanaa ya hori kufattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqi'ii fi meetiin keessan dammeessayeera. Dammeessayuun sunillee ragaa isinitti ta'a. Foon nafa keessanii akka ibiddaatitti nyaata. Isin bara dhumaa qabeenna wolitti qabattaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worqi'ii fi meetiin keessan dammeessayeera. Dammeessayuun sunillee ragaa isinitti ta'a. Foon nafa keessanii akka ibiddaatitti nyaata. Isin bara dhumaa qabeenna wolitti qabattaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woriqqiin keessan fi qarshiin keessan'llee danddaayee jira, dandayuun isaa'llee ragaa isinitti ni ta'a, foon keessan'llee akka ibiddaa titti ni nyaataan, guyyoota muumme'ee kanniintti'llee qabeenna baayi'ee kuufttanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year