James 5:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille akkasuma ossadha'a! Guyyaan Goottaan dhufu waan dhikaatteef, gadhaa keessan jabeeffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni obsu maltani! Garaa jabaad'a, guyyaani Aabbo ya d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniilleen obssuu maltan! Guyyaan Aabboo ya dhi'aatee garaa jabaadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee akkasuma obsaa'a! guyyaan dhufa Goofta'aa waan dhiyaateeruuf jabaadha'aa dhaabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee akkasuma obsaa'a! guyyaan dhufa Goofta'aa waan dhiyaateeruuf, jabaadha'aa dhaabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee akkuma kana obissaa, yeroon dhufaatii Goofta'aa waan dhiyaatteef abddiin jabaadhaa dhaabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille akkasuma ossadha'a! Guyyaan Goottaan dhufu waan dhikaatteef, gadhaa keessan jabeeffadha'a.