Jeremiah 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini arra lafafi gosa keesa teetu ch'ufa harka keetiti kenna, aka atini buqifte qaarifte, balleesite, dabsatte, ijaarte oobruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka buqqiftuu fi akka diidduuf, akka garagalchituu fi akka balleessituuf, akka ijaartuu fi akka dhaabduuf, moototaa fi banii ormaa irratti baallii sii kenneera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka buqqituu fi akka diiddu, akka balleessituu fi akka garagalchitu, akka ijaartuu fi akka dhaaddu, gosa biyya adda addaatii fi mootota irratti si muudeera» jedhe.