Jeremiah 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, D'uguma baanta, Anini dubbi tiyya eeguu jira aka isiini guutamtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee, «Waan sirrii ta'e argite; anillee attamitti akka inni itti raawwatamu xiinxallee laala» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle, «Ee, sirri'itti dhaggiteerta; wonni ani jedhe haga muummottutti xiyyeeffadhee hin eega» jedhe.