Jeremiah 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi ammalle naani dubbate waan jed'e, Waan kana male maani d'ibi agarta? Anini waan jed'eeni okote mirga ejitu, ta bisaani keesaa woch'ani, ta diquma garana inqariini arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi deebisee, «Wonti biraa ka ati laala'aartu maali'i?» jedhee na gaafate. Anillee «Gara cinaa kaabaatiin ottee danfa'aartu ta garana dabdeertu takka arga'aara» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya dhufee, «Maan dhaggiisatti jirta?» jedhee na gaafate. Anille deebisee, «Okkotee gara kaabaatii asi garagaltee danfitu takka dhagga» jedhe.