Jeremiah 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'e, Badiini mirgaa gabaafate nama lafa tana keesa jiru ch'ufa qabati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Badiin gara kaabaatii akka bisaan danfeetitti worra biyya tana keessa jiraatan irra gara gala» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle anaan, «Gara kaabaatiin kolbaa lafa irra leetu mara irratti badiin hin dhutti» jedhe.