Jeremiah 1:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi anini gosa mirga teetu ch'ufa, koota jed'e yaamuu jira. Hayyooti worraa barch'uma isi fullo Yerusalemutifi d'aatu naabo isaatifi d'aatu dira Yuda d'ibile ch'ufa d'ad'aabatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii gara kaabaatiin jiraatan akka garana dhufan waama; isaan qachoota Yerusaalemiitii fi naannaya Yihuuda'aa jiran maraa irratti balaa buusanii qabatan; achiin maayessa seensa balbala Yerusaalemii teessoo ufii kaayatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kunoo ani kolbaa mootummoota kaabaa keessa jirtu mara hin waama; moototi isaanii dhufanee, Yerusaalemii fi adaala dalleya isi'ii ka dhaka'aa mara, qachoota Yihuda'aa mara lolanee, barcumaa mootumma'aa ifii seensuma karra Yerusaalemii keessa hin keyatan.