Jeremiah 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya ingaargalcha, waan worri nati ch'ubbamefi. Worri na lakise, waaqa d'ibii sorio baase, waaqa harkaani boch'ani mid'aafate kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hammeenna isaanii maraaf, na dhiisanii waaqolee tolfamaa biraatii waan hixaana aarsanii fi hujii harka ufiitiillee waan sagadaniif isaan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya na lakkittee waan hantuu hujjee, waaqota dhibi'iif hixaana aarsitee, waan harka ifiitiin hujje waan waaqonfataneef, ani isaanitti hin mura.