Jeremiah 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, AABBO Waaqa gudda, me ilaali, anini ijoolle, dubbi imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu, «Yaa Rabbi Gooftaa! ani daa'ima waan ta'eef maal akka dubbadhu hin beeku» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille deebisee, «Maalo'o, Goottaa Mootii Waan Maraa, ani ijoollee waan te'eef attam akka dubbadhu hin beeku» jedhe.