Jeremiah 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si woliini jira, woma insodaatini, anumati si qorqorata. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani si oolchu'uuf waan si woliin jiruuf isaan hin sodaatin; ka waan kana dubbate ana Rabbi!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si baasiisaaf si woliin waan jiruuf, isaan hin sodaatin» jedhe.