Jeremiah 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi harka d'eerefate, afaani na tuqe waan nani jed'e, me ilaali, anini dubbi afaani keesa si kaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi harka ufii hiixatee afaan kiyya qaqqabee akkana naan jedhe, «Ani dubbii ati dubbattu afaan kee keessa kaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa harka ifii diriirsee hidhii tiyya tuqee, anaan, «Kunoo ani jecha kiyya ka ati dubbattu afaan keeti keessa keyeera;