Jeremiah 10:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Waan isani worra sunini jettani: Waaqa keesani ka lafafi gubba inuumini kana imballeesani. Deebiani lafa keesa fulla tokoleti inargani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waaqoleen tolfamaan akka ardi'ii fi samii hin uumnee fi akka ati Rabbi waaqolee tolfamaa maraa balleessitu itti himi» naan jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, «Waaqoti dharaa ka ol-gubba'aa fi lafa hin dadin kun, ol-gubba'aan jala irraa, lafa irralle'ee hin badan» jedha'aatii isaanitti hima'a.