Jeremiah 10:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi isa gula bisaani gubbaa dibbisani; inni dumansa muumme lafati d'ufaani. Inni angaasu bokaya keesa angae, mana isaa keesaa qilleensa gabaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja isaatiin bisaan samiiwwan gubbaa jiru laagaa huuru'uu dhageessisan; Inni daangaa lafaatii duumessa fida; hennaa roobaa bakakkaa buusa; qilleensa hulee itti kuufamee gad dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni qoonqoo ifii ta akka mandiisu'uu dhageessisu, bisaan ol-gubba'aa hin shookkisa; inni duumensi qaccee lafaa irraa akka ol ka'u hin godha; bokkeya keessa balaqqeettii hin buusa; qilleensalle mana kuusa'aa ka ifii keessa hin fida.