Jeremiah 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi lafa tana keesaa isani balleesu fed'a; inni isani ch'ach'arase hafto isani d'owa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Amma banii biyya tana keessa jiraatan hin yaasa; isaan hucuucee akka booji'aman isaan taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani amma worra lafa tana keessa le'u, fugussee hin baasa; akka isaan booji'amanuuf rakkinna isaanitti hin fida» jedha.