Jeremiah 10:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yerusalemu bohe waan jed'e, ya aka hamtu nu woraanani, madaani teenna infayyitu. Nu qara waan kana woma oobsu dandeennu seene!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yerusaalemii iyya'aa «Nu guddifnee waan madoofneef nu hobbaas! madaan teenna ta hin fayyine; nu rakkoo kana maraa waan dandeennee obsinu seene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan madoweef naaf aanne'e! Madaan tiyyalle ta hin fayyine. Ani ammoo, «Tun dhibee tiyya; anille ossatuu qaba» jedhe.